Pular para o conteúdo
Publicidade

Poder de Deus

Por Bíblia Online

O poder de Deus é incomparável e infinito. Ele criou o universo pela palavra, sustenta todas as coisas e manifesta sua onipotência em cada geração.

A onipotência do Criador

Deus fez os céus e a terra pelo seu grande poder. Nada é impossível para Ele, e sua força está além de toda compreensão humana.

Allaahan garuu humna isaatiin lafa uume;

ogummaa isaatiin addunyaa hundeesse;

hubannaa isaatiinis shamaayʼuniiwwan diriirse.

Iisaanis isaan ilaalee, "Kun namaaf hin dandaʼamu; Allaahaf garuu wanni hundinuu ni dandaʼama" jedhe.

Wantoonni kunneen hojii isaa keessaa qarqaruma qofa;

hasaasni nu waaʼee isaa dhageenyu hammam xinnaa dha!

Yoos kakawwee humna isaa eenyutu hubachuu dandaʼa ree?"

Ogummaan isaa gad fagoo dha; humni isaas guddaa dha.

Namni isaan mormee utuu hin miidhamin hafu jiraa?

Poder sobre tudo

O Senhor reina sobre as nações, sustenta os oprimidos e manifesta seu poder tanto no julgamento quanto na redenção.

Inni bara baraan humna isaatiin bulcha;

iji isaas saboota ilaala;

finciltoonni ol ol of hin qabin.

Aaduun hidhamtootaa fuula kee dura haa gaʼu;

jabina irree keetiitiin warra duuti itti murame oolchi.

Allaahan yeroo tokko dubbate;

ani immoo yeroo lama nan dhagaʼe;

kunis akka humni kan Allaaha taʼee dha.

harka jabaa fi irree diriiraadhaan Israaʼelin baase;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

Poder para o seu povo

Deus fortalece os fracos e ressuscita os mortos. Seu poder opera em nós para que experimentemos vitória e transformação.

Allaahan humna isaatiin warra duʼan keessaa Gooftaa kaaseera; nus akkasuma ni kaasa.

Inni dadhabbiidhaan fannifamu iyyuu, humna Allaahatiin garuu ni jiraata. Nus akkasuma isatti dadhabdoota; taʼus isin tajaajiluuf humna Allaahatiin isa wajjin ni jiraanna.

dubbii dhugaatii fi humna Allaahatiin, miʼa waraanaa kan qajeelinaa harka mirgaatii fi harka bitaatti qabachuun,

Miʼa Lolaa Kan Allaah

Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa.

Sababii Rabbii Allaahan, Rabbii Allaahan mataan isaa,

Kattaa bara baraa taʼeef, bara baraan Rabbii Allaah amanadhaa.

Ani ifa nan tolcha; dukkanas nan uuma;

badhaadhummaa nan fida; balaas nan uuma;

ani Rabbii Allaahan wantoota kanneen hunda nan godha.

Rabbii Allaahan kee

inni si wajjin jiru jabaa dha.

Inni baayʼee sitti gammada;

inni jaalala isaatiin si boqochiisa;

faarfannaadhaanis sitti gammada."

Garuu ani quba Allaahatiin hafuurota hamoo baasa taanaan, yoos mootummaan Allaaha isinitti dhufeera.

Seja o primeiro