Pular para o conteúdo
Publicidade

Poder

Por Bíblia Online

O poder de Deus opera nos que creem. A Bíblia revela que o cristão recebe poder do alto para viver, servir e vencer — não por força própria, mas pelo Espírito de Deus.

Poder do Espírito Santo

Jesus prometeu que seus seguidores receberiam poder ao descer sobre eles o Espírito Santo. Esse poder capacita para testemunho e serviço.

ammoo yennaa Ayyaanni Woyyichi isin irratti bu’u, hunna hin dhaggattan; yennaa san Yerusaalemitti, lafa Yihuda’aa duudi’itti, Samaariya’aa fi biyya lafaa duudi’itti dhugaa bayoota tiyya hin teetan» jedhe.

Ayyaanni Waaqi nu’uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu’uuti malee, Ayyaana soda’aatii moti.

Ani akka isin dhudhuufa’aa fi makka irra ideentanu, hunna diinotaa maralle akka injifattanu baallii isiniif kenneera; womaa isin hin miidhu.

Poder na Palavra e na fé

A Palavra de Deus é viva e eficaz, mais cortante que espada de dois gumes. O poder não está em palavras, mas na demonstração do Espírito.

Jechi Waaqaa jiraata’aa fi ka huju; shallaagaa qara lama qabu caalaa qara qaba; lubbuu ayyaana irraa, morgeya dhuka irraa muree gargar hin baasa; yaadaa fi halchaa gadhaa namaalle qoree itti hin mura.

Sababille Mootummaan Waaqaa waan dubbi’ii adoo hin te’in hunna Waaqaa ti.

Worri natti dhugeeffatu baasota akka tolchuuf hunni hin kennama. Isaan maqaa kiyyaan durriisota hin baasan; afaan haareyaan hin dubbatan; Yoo dhudhuufaa harkaan qabanee ol fuudhane, yookiin yoo waan nama ijjeesu unanelle isaan hin miidhu; worra fayyaa hin qanne irra harka ifii yoo keyane, worri sunille hin fayya» isaaniin jedhe.

Ani dhugaa isinitti hima: Nami natti dhugeeffatu waan ani huju hin huja; ani gara Abba’aa waan deemuuf inni waan kana caaluuyyuu hin huja.

Fortalecidos pelo Senhor

Tudo posso naquele que me fortalece. O cristão encontra poder não em si mesmo, mas na força do Senhor e na sua armadura espiritual.

Hunna Kiristoos naaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande’a.

Meya Woraanaa Ka Waaqaa

Yoona, Gootta’aa fi hunna isaa jaddu’uun jabaadha’a.

Goottaan hunna ifii ulfaata’aan, jabeenna isiniif kennu; waan mara ossaan dande’iisaafille ka gammaddanu isin godhu.

Maarre Waaqaaf ajajama’a; Seexana ammoo morma’a, innille isin baqata.

Yesuus dammaqee bubbee saniin, «Cadhisi!» jedhee xixe. Danbalii bisaaniitille’een, «Sarmi!» jedhe. Bubbeen cadhinnaan, cadheessi guddaan te’e. Achiin duuba barattoota ifiitiin, «Maaf guddoo sodaattane? Haga ammaa dhugeeffannaa hin qaddanuu?» jedhe.

Isaan ammoo guddoo sodaatanee, «Ka bubbe’ee fi danbaliille isaaf ajajamanu kun eennu inni?» woliin jedhane.

Seja o primeiro