Publicidade

Repouso e férias

Por Bíblia Online

Deus criou o descanso como parte da vida. O sábado, o repouso e até as férias refletem a confiança de que Deus sustenta todas as coisas — mesmo quando paramos.

O descanso como ordenança

Deus descansou no sétimo dia e nos convidou a fazer o mesmo. O descanso sabático é um presente de Deus para restauração do corpo e da alma.

Yoona kolbaa Waaqaatiif foorri foora guyyaa Sanbataa fakkaatu ammalle hafeera. Akkuma Waaqi hujii ifii irraa foorfate, nami foora Waaqi kennutti galu huji ifii irraa hin foorfata.

Isin seera Waaqaa ka marroo guyyaa Sanbataa yoo eegattane, guyyaa woyyicha kiyya kanatti, waan fedhii teessanii yoo godhuu dhaddane, guyyaa Sanbataa guyyaa gammadaa, guyyaa kiyya woyyicha guyyaa ulfinnaa yoo godhattane, guyyaa san haajaa keessaniif ideemiisa, waan fedhii teessanii godhiisa yookiin waan dubbatiisaaf hin malle yoo lakkittane, isin yennaa san ana Mootii Waan Maraatti hin gammadan; ani lafa mara irratti akka isin ulfaattanu, dhaala abbaa keessan Yaaqoobiille akka isin nyaattanu hin godha; ani Mootiin waan Maraa tana dubbadheera» jedha.

Maarre yennaa nyaattanulle te’e yennaa untanu, yookiin waan gootanu mara ulfinna Waaqaatiif godha’a.

Sono e paz

Ditar-se em paz e dormir tranquilamente é bênção do Senhor. Quem confia nele dorme sem medo e acorda renovado.

Mootii Waan Maraa, ka nageyaan na eegu,

si qofa waan te’eef,

ani yennaa irkadhu, nageyaan rafa.

Ani irkadhee hin rafa; Mootiin Waan Maraa

waan na eeguuf,

deebi’ee hin dammaqa.

Mootiin Waan Maraa

worra jaalatuuf foora waan kennuuf,

bari’iin ka’iis,

turanee rafiis,

bu’aa hin qabu.

Ati waan halkan nama sodaachisu,

daaya guyya’aan namatti darbatamu

Yennaa irkattu hin sodaattu;

yennaa rattulle

hirriibi keeti mi’owaa hin te’a.

Hojjataan diqqoo yookiin guddoo nyaatulle hirriiba dansaa rafa; bacinni karra dureessaa ammoo hirriiba isa dhooggiti.

Descanso e segurança

No repouso, encontramos segurança. Deus guarda os justos, e mesmo no silêncio da noite, sua paz nos protege e restaura.

Addiin waan jirtuuf atille addattee hin leeta;

Waaqi waan si eeguuf

sodaa malee fooraan hin leeta.

Eennulle adoo hin sodaatin hin ratta;

worri hedduun si duratti

fudhatama dhaggatiisa barbaadan.

Worri qajeelumma’aan ideemu nageya hin qabaatan; yennaa du’anulle hin foorfatan.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-