Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Dabarsi'ii 16

34 Maganne’e, Mootiin Waan Maraa

dansaa waan te’eef,

jaalalli isaa ka haga bara baraa waan te’eef,

isa galateessa’a.

35 Isin, «Nuuti maqaa keeti woyyicha

akka galateeffannuuf,

ulfinna keeti akka leellifannuuf,

ee, Waaqa fayyisaa keenna,

ati gosa biyya adda addaa harkaa nu baasiitii,

wolitti nu qabi» jedhaalle’e.

36 Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa’elii

haga bara baraa leellifamuu ti.

Achiin duuba kolbaan marti, «Ameen!

Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti» jette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também