5 Ammalle lola worra Filisxeemotaa woliin wol lolane ka dhibii keessatti, ilmi Yaa’iirii Elhaanaan, obboleessa Goliyaadii Gaatichaa ka, «Laahim» jedhamu ka eboo somey isi’ii haga muka worri woyaa dhowu, woyaa dhowu san itti maruu geettu qabu ijjeese.
Publicidade