2 Jaalota tiyya! Nuuti ijoollee Waaqaa ti; duuba maan akka teenu haga ammaatitti beekkamee hin jiru. Te’uu malee yennaa Kiristoos deebi’ee dhufu3:2Deebi’ee dhufu: Mudhatu akkuma inni jiruun waan isa dhagginuuf, akka isaa akka teenu hin beenna. 3 Nami Kiristoositti addii tana qabu mara, akkuma Kiristoos qulqullichaa ifi hin qulqulleessa.
Publicidade
1 Ergaa Yohaannisii 3
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.