Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Pedro 1

22 Isin dhuga’aaf ajajamiisaan ifi qulqulleessitanee, worra dhibiille jaalala dhuga’aatiin jaalattaneertan; maarre gadhaa tokkochaan guddisa’aa wol jaaladha’a. 23 Isin karaa jecha Waaqaa jiraata’aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te’in sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan. 24 Sababille Barreeffam Woyyichi

«Nami foon uffate duudiin akka marraa ti;

ulfinni isaalle akka daraaraa badda’aa ti;

marri hin qoora; daraaraalle hin harca’a.

25 Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le’a.

Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana» hin jedha.

Veja também