Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Moototaa 18

36 Yennaa ciincaa galgalaa, raagichi Eliyaas gara addee ciinca’aa dhikaatee, «Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa Abrahaamii, Yisihaqiitii fi Israa’elii, ati Waaqa Israa’elii akka teete, anille tajaajilaa keeti akka te’e, waan kana mara ajaja keetiin akka godhe, adha akka beekkamu godhi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também