Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Timóteo 3

2 Sooressaan wolde’a kiristaanaa nama komii hin qanne, nama niitii takkattii qofa qabu, nama hagatti le’u, nama ifi qabatu, nama kabajjaa qabu, nama keessummaa fudhatu, nama barsiisuu dande’u, 3 nama hin machoonne, nama hunnaan hin lolle, nama qajeelaa, nama moromaa hin jaalanne, nama beesee hin jaalanne, 4 nama maatii ifii sirri’itti bulfatu, nama ijoolleen ulfinnaan isaaf ajajantu te’uu qaba.

Veja também