Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Saamu'elii 21

10 Intalti Ayyaa Riizphaan woyaa gaddaa fuutee, addee reeffi worra ijjeefame jiru bira rassaa irratti afatte; yennaa haammaa midhaaniitii jalqaddee haga bokkeenni ol-gubbaaa reeffa ilmaan isi’ii irratti roobutti achi turte; isiin guyyaa allaatiin, halkan bineensi reeffa isaanii akka hin geenne dhooggite.

11 Intalti Ayyaa Riizphaan gursumeettiin Saa’olii waan goote kana yennaa Daawititti himane,

Veja também