Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 1

10 Guyyaa Gootta’aa, ani Ayyaana Waaqaatiin jiraayyu; qoonqoo guddoo ta akka tultulla’aa1:10Tultulla’aa: Magalataa ifi duubatti dhage’e. 11 Qoonqoon sun, «Waan dhaggitu kitaaba marama’atti barreessiitii, wolde’oota kiristaanaa torba ka qachaa Efesoonii, ka qachaa Simiirnaa, ka qachaa Phergamoonii, ka qachaa Tiyaatiraa, ka qachaa Saardeesii, ka qachaa Filaadelfiya’aatii fi ka qachaa Laa’odiiqeyaaa keessa jiruuf ergi!» naan jette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também