Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 1

17 Yennaa isa dhagge akka nama du’ee te’ee miila isaa jallatti jige. Inni ammoo harka ifii middicha ana irra keyee, «Hin sodaatin! Ka duraatii fi duubaalle ana;1:17 Mudh. 2:8; 22:13 18 ani Jiraata’a; ani du’eeraayyu, amma ammoo baraa haga bara baraa jiraadha; furtuun du’aa fi balbala addee worri du’e jiru bantu harka kiyya jirti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também