Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 13

16 Akkasuma diqqa’aa fi guddaan, dureessii fi hiyyeessi, gootta’aa fi garbichi marti harka middicha irratti yookiin adda ifii irratti beessisa akka godhatanu hunnaan tolche. 17 Beessisa bineensa qaraa ka maqaa isaa yookiin laakkossa maqaa isaa mudhisu, yoo ifi irraa qabaate malee, nami tokkolle bitatu’uu fi gurguratuu akka hin dandeenneef akkasi tolche.

Veja também