Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 17

8 Bineensi ati dhaggite sun duri jira, amma ammoo hin jiru; boolla qilee keessalle’ee ol bayee, gara badii ifii hin deema. Haga biyyi lafaa dadantee jalqabee, worri maqaan isaanii kitaaba jiru’uu keessatti hin barreeffamin, worri lafa irra le’anu akka bineensichi duri jiru, amma ammoo akka hin jiraatin, deebi’eelle akka dhufu, yennaa dhagganu hin baaseffatan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também