Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 21

Ol-gubbaa Haareyaa Fi Lafa Haareya

1 Achiin duuba ol-gubbaa haareyaa fi lafa haareya dhagge; ol-gubbaan duriitii fi latti durii dabaraneeran, abbaayaan guddoolle deebitee hin jiraattu.21:1 2 Phex. 3:13

27 Worra kitaaba jiru’uu, ka Hoolichaa keessatti barreeffame malee, worri battii hujuu fi worri dhara dubbatu duudiin itti hin galu.

Veja também