Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 3

16 Ati ammoo bulluqowa’a malee, o’aa yookiin qabbanowaa waan hin te’iniif, afaan kiyya keessaa si tufaara.

17 «Ati, Ani dureessa, ani quufaleessa, womaa naaf hin barbaachisujetta; ammoo, ati deegaa, naasisaa3:17Naasisaa: Gaddisiisaa, hiyyeessa, balla’aa, fi nafa-qullaa akka ka jirtu akka teete ifi hin beettu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também