Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 5

Kitaaba Marama’aa Fi Hoolicha

1 Achiin duuba ka barcumaa mootumma’aa irra tee’eeru, kitaaba maramaa ka keessaa fi gubbaa barreeffamee, chaappaa torbaan dhowameeru harka middichaan qabateeruun dhagge. 2 Ergamaan Waaqaa jabaan tokko qoonqoo guddo’oon, «Ka chaappaa irraa rigee5:2Rigee: Balleessee, hiikee kitaaba maramaa san banu’uu male eennu?» jedhaa lallabuun dhagge.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também