5 Yennaa Hoolichi sun chaappaa sadeesso’oo bane, dadi lubbuu qabu ka sadeesso’oo, «Koy!» jedhuun dhage’e. Anille achi midhadhee farda gurraacha tokko dhagge; ka farda san irra tee’eeru waan ittiin madaalanu6:5Waan ittiin madaalanu: Miizana harkatti qabateera. 6 Qoonqoo dada lubbuu qaddu afur keessaa baatu fakkaattu dhage’e; qoonqoon sun, «Qamadiin waan ittiin safaranu diqqaa tokkocha te’u mindaa hujii guyyaa tokkoo, garbuun waan ittiin safaranu diqqaa sad te’u mindaa guyyaa tokkoo te’uu ti! Ejersa zayiti’iitii fi muka woynii hin balleessin» jettuun dhage’e.
Publicidade
Mudhii Yohaannisii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.