7 Yennaa Hoolichi sun chaappaa arfeesso’oo bane, dadi arfeesso’oo, «Koy!» jedhuun dhage’e. 8 Ani midhadhee, farda borora tokko dhagge; ka farda san irra tee’eeru maqaan isaa, «Du’a» jedhama; mootummaan du’aalle duubaan isa hordofiisatti jirtiiyyu. Du’aa fi mootummaan du’aa shallaaga’aan, beelaan, bala’aa fi bineensota lafa irraatiin akka ijjeesanuuf, lafa irratti harka afur keessaa harka tokko baalliin isaaniif kennante.
Publicidade
Mudhii Yohaannisii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.