10 Isa ol bayiisatti jiru, ila hin caffatin adoo ilaaliisatti jiranuu, namooti lamaan ka woyaa adii uffataneeranu cinaa isaanii dhaabbatanee, 11 «Isin namoota Galiila’aa, maaf asi dhaabbatanee gara gubba’aa ilaaltan? Yesuusiin isin duraa gara ol-gubba’aa fudhatame kun, gara ol-gubba’aa bayaaruun akkuma dhaggitane akkanuma deebi’ee hin dhufa» jedhane.
Publicidade
Hujii Ergantootaa 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.