Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 18

9 Goottaan gaafa tokko oojju’uun Phawuloositti dubbatee, «Hin sodaatin; lallabuma lallabi malee, hin cadhisin. 10 Ani si woliin jira; ani qachaa kana keessaa kolbaa hedduu waan qabuuf, eennulle si hubiisaaf18:10Hubiisaaf: Miidhiisaaf hin dande’u» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também