Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 4

36 Lewwichi tokko, ka Yoseef jedhamu, Qophiroositti ka dhalate, ka ergantooti «Baarnaabaas» jettee waantu tokko jiraayyu; akkas jechuun «Ka nama jajjabeessu» jechu’u;

Veja também