Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Colossenses 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 9–20 de 23

    9Guutummaan waaqumma’aa mijuun Kiristoosiin nafaan mudhattee jiraatti.

    17Isaan kun waan gara duraa dhufuuf akka gaaddiddu’uu ti; dhugaan ammoo Kiristoos keessa jirti.

    20Eega Kiristoos woliin duutanee, ayyaanota gubba’aa fi lafa bulchanu jalaa bilisa baatane, maaf akka waan ka biyyaa lafaa teetaneetitti leetan ree? Maaf seera,

  2. Mateus 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 4–68 de 75

    4dhossa’aan Yesuus qabiisaa fi ijjeesisiisaaf mari’atane.

    50Yesuus deebisee, «Jaali, waan hujiisaaf dhutte huji» jedheen.Achiin duuba isaan dhufanee Yesuus jabeessanee qabane.

    68«Masiihii! Eentu si dhowe? Nuu raagi» jedhaneen.

  3. 2 Reis 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 20–28 de 36

    20Tanaan duuba Yehuun, «Ulfinna Ba’aaliitiif yaa’ii lassa’a!» jedhee ajaje. Maarre isaan lassane.

    26soodduu woyyittii galma Ba’aalii keessaa gad baasanee gubane.

    28Akka kanaan Yehuun waaqonfatiisa Ba’aalii Israa’el keessaa balleesse.

  4. Jeremias 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 7–30 de 40

    7«Tanaaf barri kolbaan, ‹Dhugaa Mootii Waan Maraa Ka jiraataa te’ee, ka Israa’eloota biyya Gibxi’ii keessaa baase› jedhanee kakatuu lakkisanee,

    29Jechi kiyya akka ibiddaatii motii ree? Akka burrisa rassaa butuchuutii motii ree?

    30Tanaaf ani raagota jecha wol irraa dhage’aa, akka na irraa dhage’aneetitti dubbatanu,

  5. Colossenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–14 de 18

    2Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha’a.

    3Akkasuma dhossaa Kiristoosii, ka ani marroo isi’iitiif hidhamee jirulle lallabiisaaf akka dandeennu, Waaqi ergaa ifiitiif akka karaa nuu banu daadimadha’a.

    14Cidheessi jaalatamaan Luqaasii fi Deemaas nageya isiniif dhaaman.4:14 2 Xim. 4:10-11; Film. 24

  6. Esdras 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 3–38 de 70

    3Sanyiin Faareshii kuma lamaa fi dhibba tokkoo fi torbaatamii lama;

    10sanyiin Baanii dhibba jaa fi afurtamii lama;

    38sanyiin Phashihurii kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi afurtamii torba;

  7. 1 João 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–7 de 24

    2Jaalota tiyya! Nuuti ijoollee Waaqaa ti; duuba maan akka teenu haga ammaatitti beekkamee hin jiru. Te’uu malee yennaa Kiristoos deebi’ee dhufu3:2Deebi’ee dhufu: Mudhatu akkuma inni jiruun waan isa dhagginuuf, akka isaa akka teenu hin beenna.

    6Nami Kiristoosiin le’u cubbuu hin huju; nami cubbuu huju isa hin dhaggine, yookiin isaa hin beenne.

    7Ijoolle! Eennulle me isin sobuu ti! Akkuma Kiristoos balchaa te’e, nami balchummaa huju balcha’a.

  8. Gênesis 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–12 de 32

    1Tun dabarsii sanyii Addaamii ti. Waaqi yennaa ilmaan namaa dade, akka fakkeenna ifiititti isaan dade.

    2Dhiiraa fi dubartii dadee, eebbisee, «Nama» jedhee maqaa baase.

    12Qayinaan dhalatee woggaa torbaatamatti Mahalalel uumate.

  9. Marcos 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–43 de 45

    1Jalqabi Oduu Gammadaa ka Yesuus Kiristoosii Ilma Waaqaa kana.

    14Yohaannisiin cuuphaan gara mana hidha’aa1:14Hidha’aa: Hidhaanaa dabarfamee kennameen duuba, Yesuus gara Galiila’aa dhufee, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte lallabe.1:14 Mat. 3:2

    43Achiin duuba Yesuus namichaan,

  10. Romanos 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 5–24 de 25

    5Yennaa nuuti akka yaada foonii leenu san, halchaan hantuun Seeraan nunnuffantu, akka nuuti du’aaf midhaan buunnu, qoqooda nafa keennaa keessatti hujiisatti jirtiiyyu.

    22Keessi kiyya Seera Waaqaatitti gammada.

    24Ani nama farraamessa attamiiti! Foon gara du’aa na geessaaru kana jalaa eentu na baasa?

  11. Números 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 10–12 de 35

    10Israa’elooti addee sanii ka’anee Obooti qubatane.

    11Isaan Obootii ka’anee, lafa Mo’aabotaatiin gara aduun baatu, goomolee keessa Iyye-Abaariim qubatane.

    12Achii ka’anee dhooqa Zeredii keessa qubatane.

  12. Sofonias 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 1–16 de 20

    1Qachaa Yerusaalemii cubbicha, batticha nama cunqursuuf aanne’e!

    2Inni namaaf hin dhage’u; gorsa namaa hin fudhatu; Mootii Waan Maraatitti hin addatu; gara Waaqa ifiille hin dhikaatu.

    16Guyyaa sanitti namooti Yerusaalemiin,«Ee Xiyoon hin sodaatin!Harki keeti hin laashowin!

  13. Efésios 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–14 de 22

    1Isin sababa yakka’aa fi cubbuu teessaniitiif duutaneertaniiyyu.

    6Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isa woliin du’a keessaa nu kaasee, isuma woliin addee ol-gubba’aa keessa nu teessise.

    14Kiristoos nageya keenna; dalleya diinumma’aa ka isaan gargar nu baaseeru dhiiga ifiitiin diigee, Yihudootaa fi worra Yihudoota hin te’in kolbaa tokko godheera.

  14. Provérbios 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 6–19 de 31

    6Nama qajeelaabalchumma’atti isa baasa;worri hin addatanne ammoohalchuma ifii hantu’uun qabaman.

    11Eebba worra balcha’aatiin qachaan tokko guddata;dubbii afaan worra hama’aatiin ammoo hin bada.

    19Nami dhugumaan balchaa te’e jiru’uun hin le’a;nami waan hantuu ari’u ammoo hin du’a.

  15. Efésios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 15–27 de 32

    15Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna.

    24Jiruu haareya, balchumma’aa fi woyyummaa dhuga’aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha’a.

    27Seexanaafille karaa hin kennina’a.

  16. 2 Pedro 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–6 de 21

    1Ana Simoon Pheexroosii, tajaajila’aa fi ergamaa Yesuus Kiristoosii te’e irraa:Worra karaa balchummaa Waaqa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, dhugeeffannaa gatii guddo’oo, tama akka nuuti dhaggannee dhaggattaneef:

    5Sababa kanaaf, dhugeeffannaa irratti dansummaan akka dabalantu, dansummaa irratti beekkumsa,

    6beekkumsa irratti ifi qabatiisa, ifi qabatiisa irratti ciniinnatanee ossiisa, ciniinnatanee ossiisa irratti nama Waaqaa te’iisa,

  17. 1 Timóteo 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 11–21 de 21

    11Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le’uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu’uu fi qajeelummaa hordof.

    13Fuula Waaqa waan duudi’iif jiruu kennuutii fi Yesuus Kiristoosii Phonxoos Philaaxoos duratti dhugeeffannaa ifiitiif akka dansaa dhugaa baye duratti si ajaja.6:13 Yoh. 18:37

    21Worri gariin beekkumsa kana qanna jedhaa, karaa dhugeeffanna’aa irraa badeera.Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.

  18. João 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 14–33 de 50

    14Yesuus ilmayyoo harre’ee tokko dhaggee irra tee’e. Kunille akkuma Barreeffam Woyyichi,

    32Ani Yennaa lafa tana irraa ol kaafame, nama maraa gara kiyya harkisa» jedhe.

    33Yesuus du’a attamii akka du’uuf jiru mudhisiisaaf tana jedhe.

  19. Levítico 18

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 1–29 de 30

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    20Niitii nama dhibi’ii bira geettee ifi hin batteessin.

    29Nami waan battii tana huje marti kolbaa ifii keessaa bawuu ti.

  20. Gênesis 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 5–30 de 32

    5Mootiin Waan Maraa qacha’aa fi xelleephoo ilmaan namaa ijaarane san ilaaliisaaf gad bu’e.

    14Shalaan dhalatee woggaa soddomatti, Ebeer uumate;

    30Saaraan maseena; isiin ijoollee hin qaddu.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo