Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Gênesis 50

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 50
    Mostrando versículos 4–20 de 26

    4Isaan yennaa nageeffatane, Yoseef qondaaltota mootichaatiin, «Ani yoo isin duratti fudhatama dhaggadhe, maganne’ee mootichaan,

    19Yoseef ammoo, «Hin sodaatina’a! Ani bakka Waaqaa hin bu’u.

    20Isin hantuu na godhiisaaf mala dhoottane; Waaqi ammoo gara waan dansa’aa jijjiire; inni lubbuu namoota heddu’uu ka ammaa fayyisiisaaf tana godhe.

  2. Romanos 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 21–35 de 39

    21Addiin sunille ta dadi duudiin gaafa tokko garbummaa badi’ii jalaa baatee, ulfinna bilisummaa ijoollee Waaqaa qoodantu.

    33Worra Waaqi fooyate eentu himata? Ka isaan balchoonsu Waaqa.

    35Eentu jaalala Kiristoosii irraa gargar nu baasa ree? Rakko’oo moo farra? Miidha’a8:35Miidha’aa: Ari’ama moo beela? Daara moo bala’a? Yookiin du’aa ree?

  3. Provérbios 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 25–32 de 33

    25Karaan namatti qajeelaa fakkaatu jira;dhuma irratti ammoo gara du’aa geessa.

    31Arriin kallacha ulfinnaa ti;isiin jiruu balchumma’aatiin dhagganti.

    32Nama hunnaamessaa mannaa,nama ossataa woyya;nama hunnaan qachaa tokko qabatuu mannaa,nama ifi qabatu woyya.

  4. Marcos 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 27–49 de 50

    27Yesuus ammoo mucaa harka qabee lafaa ol kaase; innille ol ka’ee dhaabbate.

    40Nami nu’uun hin mormine golii teenna.

    49Nami martinuu ibiddaan kurowa.9:49Hiikkaan gariin akkuma ciincaan sooddaan qullowu, namille ibiddaan hin qullowa jedha

  5. Efésios 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 10–17 de 24

    10Yoona, Gootta’aa fi hunna isaa jaddu’uun jabaadha’a.

    14Tanaaf, dhugaa akka hiitu’uu hidha keessanitti hidhadha’aatii, balchummaa akka qomoo sibiilaa keyadha’aa dhaabbadha’a.

    17Fayyinna akka gullee sibiilaa keyadha’a; Jecha Waaqaa ka Ayyaanni Woyyichi isinii kennulle akka shallaaga’aa qabadha’a.

  6. Números 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 11–52 de 65

    11Te’uu malee ilmaan Qoraahii hin duune.

    19Ilmaan Yihuda’aa Erii fi Onaan; isaan ammoo lafa Kana’aanii keessatti du’ane.

    52Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

  7. Mateus 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 3–14 de 27

    3Dedhuma Muuse’ee fi Eliyaas Yesuus woliin dubbatanuun dhaggane.

    6Barattooti yennaa tana dhage’ane, rifatanee lafa irratti fuulaan gad jigane.

    14Yennaa Yesuusii fi barattooti isaa sadiin gara gumi’ii deebi’ane, namichi tokko dhufee, Yesuus duratti jilbiiffatee,

  8. Salmos 73

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 73
    Mostrando versículos 1–13 de 28

    1Worra Israa’elootaa ka gadhaa qulqullu’uutiif,Waaqi dhugumaan dansa’a.

    9Afaaniin Waaqa ol-gubba’aa arrassan;arrabaan lafa duudii dhaqqaban.

    13Gadhaa kiyya qulqulleeffachuun,yakkaa hujiisa irraaifi eeggachuun kiyya tolumaa ree?

  9. 1 Coríntios 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 10–22 de 33

    10Isaan keessaa gariin gungumanee, ergamaa Waaqaa ka balleessuun akkuma badane isinille hin gungumina’a.

    14Maarre jaalota tiyya! Waaqota dharaa waaqonfatiisa irraa fagaadha’a.

    22Yookiin nuuti Goottaa hinaassisaarraa ree? Nuuti isa caalaa jajjabaa ree?

  10. Lucas 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 14–23 de 38

    14‹Maan jennee falmanna› jettanee akka hin yaanneef gadha’atti qabadha’a!21:14-15 Luq. 12:11-12

    21Yennaa san worri Yihudaa keessa jiranu gara gaarotaatitti baqatanuu ti; worri qachaa keessa jiranulle keessaa bayanuu ti, worri baadiyyaa jiranulle qacha’atti hin deebi’in.

    23Guyyoota sanitti dubartoota ulfaatii fi hoosisaatiif aanne’e! Lafa tana irratti rakkinni hamaan, kolbaa tana irrattille mufiin hin dhutti.

  11. João 19

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 18–34 de 42

    18Isaan achitti isa fannisane; namoota dhibiille lamaan, maddii maddi’itti, Yesuus wodhakkaa isaaniititti fannisane.

    30Yesuus daadhii dhangaggoottuu san unee, «Hobbaate!» jedhe.Achiin duuba mataa gad qabatee lubbuu ifii dabarsee kenne.

    34Te’uu malee, loltoota keessaa tokkochi, woraana ifiitiin cinaacha Yesuusii woraannaan yoosuma dhiigii fi bisaan keessaa jige.

  12. Jó 38

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 38
    Mostrando versículos 7–24 de 41

    7Yennaa urjooti ganamaa wolitti qabantee faarsitu,ergantooti Waaqaalle yennaa ilillittuati eessa jirtaayyu?

    13Bari’iisi lafaa haga qaccee lafaa dhaqqabee,worri hamaan akka isii irraa hargufamanu gooteertaa?

    24Karaan gara addee ifi irraa balaqqisu geessu kam?Yookiin qilleensi gara aduun baatuueessa irraa lafatti bittinnowa?

  13. Gênesis 35

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 13–20 de 29

    13Achiin duuba Waaqi addee isatti dubbate sanitti isa lakkisee biraa ol baye.

    14Yaaqoob addee Waaqi isatti dubbate sanitti soodduu dhaabee, daadhii woyni’iitii fi zayitii ejersaa irratti dhangalaase.

    20Yaaqoob irreensa Raahelii irratti soodduu dhaabe. Soodduun sun haga adhaa achi jirti.

  14. Romanos 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 12–18 de 33

    12Waaqi Ribqa’aan, «Angafichi maandhicha tajaajila» jedhe.

    14Yoona maan jenna ree? Waaqi sirri’ii moti jedhuu dandeennaa? Ijjumaa hin dandeennu!

    18Maarre Waaqi nama fedhe marara, nama fedhelle mataa jabeessa.

  15. Mateus 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 10–34 de 48

    10Worri balchumma’aaf miidhamu gammaduu;mootummaan Waaqaa ta isaanii ti!5:10 1 Phex. 3:14

    27Yesuus, « ‹Hin gaarayyeeffatin› akka jedhame dhageettaneertan.

    34Ani ammoo isinitti hima, ijjumaa hin kakatina’a. Ol-gubbaan barcumaa mootummaa Waaqaa waan teeteef, ol-gubba’aan yookiin,

  16. Salmos 71

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 71
    Mostrando versículos 4–18 de 24

    4Ee Waaqa, harka worra hamaaleyyi’ii,harka worra hantuu hujuutii fiharka worra gadhi-jabeeyyi’ii keessaa na baasi.

    17Ee Waaqa, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee,ati na barsiitteerta;ani haga ammaa hujii teeti ta maade’ee odeessa.

    18Hunna teeti dhaloota dhufuuf,hujii teeti ta maade’ee worra dhufu’uu jiru maraaf,haga odeessuttiani dulloomee arrii baasulle,Ee Waaqa, na hin lakkisin.

  17. Provérbios 31

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 31
    Mostrando versículos 19–27 de 31

    19Harka ifiitiin fuuttaa qabatti.Quba ifiitiin liqaaqaa irbiti.

    25Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;bara dhufaaru itti gammaddi.

    27Isiin jireenna maatii ifii akka dansaa eeddi;isiin booseyaa moti.

  18. Jó 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 2–15 de 21

    2Akka garboolee gaaddisa jala foorfatiisa barbaadanuutii fiakka hojjatoota mindaa ifii eegatanuutii mootii?

    11«Tanaaf ani hin cadhisu;laalaa ayyaana kiyyaa hin dubbadha;hadhaa lubbuu tiyyaa irraa ta kaate hin gunguma.

    15Jiruu farraa tanaa mannaasuruurraa ifitti dhoweedu’u naaf woyya.

  19. 1 Coríntios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 7–16 de 21

    7Ati worra dhibii maaniin caalta? Waan ati qaddu duudii ka si’ii kenne Waaqaa motii? Maarre yoo isa irraa fudhattee jiraatte, akka kennaa hin te’iniititti maaf ifi jajja?

    13yennaa nu arrassanu, nuuti waan dansaa deebinnaaf. Haga ammaan tanaalle nuuti kosi’ii fi caffaa biyya lafa ti.

    16Tanaaf fakkeenna kiyya akka fudhattanu isin kadhadha.4:16 1 Qor. 11:1; Filp. 3:17

  20. João 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 21–52 de 57

    21Maartaan Yesuusiin, «Gootta’a, adoo ati as jiraattee, obboleessi kiyya silaa hin du’uuyyu!

    23Yesuus, isi’iin, «Obboleessi keeti du’aa hin ka’a» jedhe.

    52Isaan qofaaf adoo hin te’in, kolbaa Waaqaa ta bittinnootte maralle wolitti rariisaaf du’a.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo