Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. 1 Crônicas 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 10–40 de 40

    10arfeessoon Miishimana’a, shaneessoon Ermiyaas,

    13kudhaneessoon Ermiyaas, kudha tokkeessoon Maakbaanaay.

    30Namoota Efreemii keessaa, loltooti goototi fira abbaa ifii keessatti beekkamane kuma diddamaa fi dhibba saddeeti.

    40Israa’el keessatti yennaa gammadaa waan teeteef, namooti adaala isaanii jiranulle, lafa fagoo Yisaakor irraa, Zebuloonii fi Niftaalem irraa sagalee harreelle’etti, gaalotatti, gaangole’ee fi sangootatti fe’anee bullaa, bixee harru’uu, bixee midhaan woyni’ii, daadhii woyni’iitii fi zayitii bacaa fe’anee fidane. Sangootaa fi hooleelle fidanee dhufane.

  2. Gênesis 41

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 28–52 de 57

    28Dubbiin akkuma ani sitti hime, mooticha! Waaqi waan gara duraa hujaaru si’itti mudhiseera.

    39Maarre mootichi, Yoseefiin, «Waaqi waan kana mara si’itti mudhiseera. Qaro’oo fi hubataan akka keetii tokkolle hin jiru.

    52Yoseef ilma lammeesso’oo, «Waaqi lafa ani itti rakkadhetti ijoollee na horsiise» jedhee maqaa isaa, «Efreem41:52 Efreem: Afaan Ibrootaatiin horuu jechu’u.» jedhee baase.

  3. Jó 18

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 2–21 de 21

    2«Iyoob, ati yoom dubbattee fixxa?Caqasi, nuutille hin dubbanna.

    20Worri gara aduun baatuutii figara aduun seentuuwaan isaan irra geye dhage’aneesodaa guddo’oon qabamane.

    21Qe’een worra Waaqa malee le’uuaddeen nama Waaqa hin beenneelleakkas teeti» jedhe.

  4. Isaías 53

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 53
    Mostrando versículos 3–7 de 12

    3Inni nama namooti jibbanee tuffatane;inni nama dhibee guddo’oo fi rakkoo guddoo qabu.Inni akka nama nami fuula irraa deebifatee ti;inni nama tuffatame;nuutille ulfinna isaaf hin kennine.

    4«Inni dhugumaan dhukkuba keenna fudhatee,dhibee teennalle ba’ate.Te’uu malee, nuuti akka Waaqi isa dhowee,akka Waaqi balaa isatti buusee,akka Waaqi isa farrisiisetti laakkonne.

    7«Inni cunqurfamee, farre;te’uu malee, waan tokkolle hin dubbanne;akka ilmayyoo hoole’ee ka qalmaaf oofamuutii fiakkuma hooleen worra rifeensa isi’ii haadu duratti cadhittu,inni cadhise malee, womaa hin dubbanne.

  5. Ester 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–15 de 15

    4Guyyuma guyya’aan itti deddeebi’anee gaafatane; inni ammoo hin dhageenne. Inni Yihudii akka te’e isaanitti waan himeef, didduma tanaan akka inni hafu beekuu barbaadanee, dhaqanee marroo isaa Haamaanitti himane.

    11Mootichi Hamaaniin, «Meetiin si’iifuu hattuu ti; kolbaalle teetuma, waan feete godhadhu» jedhe.

    15Ergantooti ajaja mootichaatiin ariifatanee bayane; ajaji sun qachaa Suusaa ka dalleya dhaka’aa qabu keessatti maxxanfame. Mootichii fi Haamaan uniisaaf tee’ane; worri qachaa Suusaa ammoo raafame.

  6. João 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 1–29 de 41

    1Yesuus adoo ideemaa dabaruu, namicha ballaa te’ee dhalateeru tokko dhagge.

    13Achiin duuba isaan namicha dur balla’aa kaan gara Fariisaayotaa geessane.

    29Nuuti akka Waaqi Muuse’etti dubbateeru hin beenna; namichi kun ammoo, inni eessaa akka dhufeeyyuu hin beennu!» jedhaneen.

  7. Provérbios 31

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 31
    Mostrando versículos 16–25 de 31

    16Isiin fichaa qorqortee bitatti;bu’aa hujii harka ifiitiinmuka woyni’ii dhaabbatti.

    17Isiin hunnaan hujii ifii hujatti;irreen isi’iille huji’iif jaddu’u.

    25Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;bara dhufaaru itti gammaddi.

  8. Mateus 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 11–31 de 36

    11Mataan sun qori’itti fidamee intalaaf kenname; isiin gara haadha ifii fidde.

    18Yesuus, «Sanuma gara kiyya as fida’a!» jedhe.

    31Yesuus yennuma san harka ifii diriirsee, isa qabee, «Ati nama dhugeeffannaa diqqo’oo! Maaf mante?» jedheen.

  9. 1 Coríntios 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 23–57 de 58

    23Tun tokko tokkoofuu badoo badoo’oonuu teeti; Kiristoos du’aa ka’ee angafa akkuma te’e, worri ka Kiristoosii te’anelle, yennaa inni dhufu du’aa hin ka’an.

    34Gara qalbii teessanii deebi’a’a. Cubbuulle hin hujina’a. Isin keessaa worri gariin ka Waaqa hin beenne jira. Ani isin qaanessiisaaf tana dubbadha.

    57Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu’uu kennuuf galanni te’u!

  10. Deuteronômio 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 3–20 de 29

    3Waan battii te’e tokkolle hin nyaatina’a.

    11Sinbirroota qulqulloota te’ane mara nyaatuu hin dandeettan.

    20Isaan keessa ka qulqulluu te’ane ammoo nyaadha’a.

  11. Êxodo 36

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 36
    Mostrando versículos 4–14 de 38

    4Maarre Worri ogummaa hujii harkaa qabu ka hujii addee Woyyitti’ii hujiisatti jiru marti hujii lakkisanee gara Muuse’ee dhaqanee,

    5Muuse’een, «Kolbaan hujii Mootiin Waan Maraa akka hujantu ajajeef ka barbaachisu caalaa kennansa fidiisatti jirti» jedhane.

    14Isaan Dunkaanii Woyyittii san akka gollanuuf, gollaa rifeensa re’e’ee irraa hujame kudhanii tokko hujane.

  12. Atos 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 5–48 de 48

    5Ammalle namoota gara qachaa Yophe’ee ergiitii, Simoon ka Pheexroos jedhamu tokko waansisi.

    34Pheexroos isaaniin, «Dhugumaan Waaqi akka nama wol hin caalchinne hubadheera.

    48Maarre Pheexroos akka isaan maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphamanu ajaje. Achiin duuba isaan akka Pheexroos guyyaa diqqa’aaf isaan woliin turu gaafatane.

  13. Ezequiel 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 12–46 de 63

    12Funnaan keetille’etti qubee, gurra keetille’etti qubee gurraa, mataa keetille’etti kallacha dansaa keye.

    23« ‹Aanne’e, si’iif Aanne’e!› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa; waan hantuu tana mara gooteen duuba,

    46«Obboleettiin teeti angafittiin, ijoollee ifii ta durraa woliin si irraa gara kaabaa jirtu, Samaariya’a; obboleettiin teeti maandhittiin, ta ijoollee ifii ta durraa woliin si irraa gara kibbaa jirtu, Sodoom.

  14. Números 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 17–26 de 45

    17Tanaaf, amma Mootii Waan Maraa, hunna teeti nutti mudhisi. Ati dur,

    21Te’uu malee ani jiraataa ulfinni kiyya lafa duudii guutu waan te’eef,

    26Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

  15. Romanos 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 7–14 de 14

    7Waan isaan isin irraa dhaggachu’uuf malane, kenna’aaf; ka gibirri maleef gibira, ka qaraxi maleef qaraxa, ka sodaan malteef sodaa, ka ulfinni maleef ulfinna kenna’a.13:7Mat. 22:21; Mar. 12:17; Luq. 20:25

    8Beenyaa eennuulle hin qabaatina’a; beenyaan isin qabaatuu qaddanu wol jaalatiisa qofa te’uu ti; nami nama jaalatu Seera muummesseera.

    14Goottaa Yesuus Kiristoos akka woya’aa uffadha’a malee, halchaa foonii guutatiisaaf hin yaadatina’a.

  16. Levítico 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 1–41 de 59

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

    40«Nami tokko rifeensa mataa ifii yoo dhabe, molu’utti isa nyaate; inni qulqullu’u.

    41Inni rifeensa ifii adda irraa yoo dhabe, molu’utti isa nyaate; inni qulqullu’u.

  17. Salmos 54

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 54
    Mostrando versículos 2–6 de 7

    2Ee Waaqa, daadimata kiyya dhage’i;dubbii afaan kiyyaa caqasi.

    5Wonni hantuunworra ila diinumma’aatiin na ilaalutti deebituu ti;ati addatamummaa teetiin isaan fixi.

    6Ani fedhuma tiyyaan ciincaa sii dhikeessa;Ee Mootii Waan Maraa,maqaan keeti dansaa waan te’eef,ani isa hin leellisa.

  18. Eclesiastes 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 8–15 de 22

    8Jaalatiisaaf yennaan jirti;jibbiisaafille yennaan jirti.Lolaaf yennaan jirti;nageyaafille yennaan jirti.

    9Nami waan itti elowe irraa bu’aan maan dhaggata ree?

    10Ani hujii ulfaattuu Waaqi namootatti fe’e dhaggeera.

    15Wonni amma jiru kama dur jiru; wonni gara duraa te’ulle kama dur te’eeru; Waaqi woma dabare deebisee fida.

  19. 2 Coríntios 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 5–8 de 24

    5haga nuuti isaan irraa eenne caalaa godhane; matooma Gootta’aaf ifi kennane; itti aansaneelle fedha Waaqaatiin ifi nu’uuf kennaneeran.

    7Isin dhugeeffanna’aan, haasowaan, beekkumsaan, qarqaariisaaf quxiquxamiisaan8:7Quxiquxamiisaan: Ququxamiisaan, jaalala nu’uuf qaddanulle’een waan maraan hin caaltan; hujii arjoomaa tanalle’een ka caaltanu te’a.

    8Maarre quxiquxamiisa worri dhibiin kenniisaaf qabu keessaniin wol bira qabee ilaaliisaan, jaalaltiin teessan ta dhuga’aa akka teete mirkaneessiisaaf jedheeti malee, isin ajajiisaafii moti.

  20. 2 Crônicas 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 18–40 de 42

    18«Ee Waaqa, ati dhugumaan biyya lafaa irra namoota woliin leetaa ree? Ol-gubba’aa fi ol-gubbaan oliituu si fuudhuu hin dandeettu; Galmi ani ijaare kun fa’a attam attam diqqaatu ree!

    19Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa kiyya, daadimataa fi gaaffii mararti’ii ta ana tajaajilaa keetii dhage’i; iyyaa fi daadimata ani tajaajilaan keeti fuula keeti duratti dhikeeffadhu naa caqasi.

    40«Amma, ee Waaqa kiyya, ilti teeti gara daadimata addee tanaa ilaaltuu ti; gurri keetille gara daadimata addee tanaa caqasuu ti.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo