5 karaa Yesuus Kiristoosiitiin ijoollee ifii akka nu godhatuuf Waaqi akka fedhaa fi halchaa ifii dansa’aatitti duruu murteesseera. 6 Badhaadhi isaa ulfaataan, ka inni Ilma ifii jaalatama’aan tola nuuf kenne, akka galateeffamuuf tana godhe.
Publicidade
Publicidade