Jaalala Kiristoosii
14 Waan kanaaf ani Abbaa duratti jilbiiffadha. 15 Maatiin ol-gubbaa jirtuu fi lafa irra jirtu marti maqaa dhuga’aa Waaqa biraa fudhatti.