Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Efesoonii 5

8 Isin dur dukkana keessa turtane, kolbaa Gootta’aa eega teetane ammoo, ifa keessa jirtan. Maarre isin akka kolbaa ifaa jiraadha’a. 9 Sababille wonni dansaan marti, balchumma’aa fi dhugaan ifa keessaa madditi. 10 Waan Goottaa gammachiisu qorqora’aatii bira geya’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também