Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 14

13 Muuseelle deebisee, «Worra Gibxi’ii ka adha dhaggitanu kana deebitanee lammeessoo waan hin dhaggineef, hin sodaatina’a; jabaadha’aatii dhaabbadha’a; adha Mootiin Waan Maraa isin baasiisaaf, waan inni tolchu ilaala’a. 14 Mootiin Waan Maraa isiniif waan loluuf itita’a» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também