Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 5

Muuse’ee fi Aaron Mooticha Gibxi’ii Dura Dhikaatane

1 Achiin duuba Muuse’ee fi Aaron gara mootii Gibxi’ii dhaqanee, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa’elii, Kolbaa tiyya goomolee keessatti jila akka naaf jilisanu gad isaan lakkisijedheera» jedhaneen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também