Pular para o conteúdo
Publicidade

Hizqi'elii Raagichaa 11

19 Ani akka isaan ijjumaa naaf addatamanu gadhaa addatamumma’aa isaaniif hin kenna; qalbii haareyalle isaan keessa hin keya. Gadhaa isaanii ka akka dhaka’aa isaan keessaa baasee, gadhaa isaanii ka foonii isaaniif hin kenna. 20 Achiin duuba isaan ajaja kiyya hin muummessan; seera kiyyalle hin eegatan; isaan kolbaa tiyya hin te’an; anille Waaqa isaanii hin te’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também