30 «Tanaaf, ‹Ee kolbaa Israa’elii! Ani akka hujii teessaniititti tokko tokkoo keessanitti hin mura; cubbuu teessan irraa deebi’a’aatii, cubbuun teessan akka isin hin balleessine, cubbuu teessan mara lakkisa’a. 31 Cubbuu hujjane mara lakkisa’aatii, qalbii haareyaa fi Ayyaana haareya qabaadha’a; ee kolbaa Israa’elii! Isin maaf duutan ree? 32 Ani du’a namaatitti waan hin gammanneef, cubbuu irraa deebi’a’aatii jiru’uun jiraadha’a› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.
Publicidade
Hizqi'elii Raagichaa 18
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.