Publicidade

Ezequiel 3

27 Ani yennaa sitti dubbadhu ammoo afaan keeti hin bana; atille isaaniin, Goottaan Mootiin Waan Maraa akkana jedhahin jetta. Isaan worra finqilaa waan te’aneef, nami dhage’u, dhage’uu ti; nami dhage’uu didatu lakkisuu ti.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-