Pular para o conteúdo
Publicidade

Ezequiel 36

26 Ani qalbii haareya isiniif hin kenna; ayyaana haareya isin keessa hin keya. Ani mataa jabeenna keessan ka akka dhaka’aa isin keessaa baasee, qalbii ajajantu isiniif hin kenna. 27 Ani ayyaana kiyya isin keessa hin keya; akka seerata kiyyaatitti akka isin ideentanuu fi ajaja kiyya miidhassitanee akka eegattanu hin godha.

Veja também