24 Amma kun fakkeenna; dubartooti lamaan sun fakkeenna gondooroo lamaanii ti. Takkattiin ta ijoolleen isi’ii garbummaa keessatti dhalatte Aggaari; isiin fakkeenna gondooroo Gaara Siina’aa irratti gondoorantee ti. 25 Aggaariin Gaara Siina’aa ka biyya Arabaa keessa jiruun fakkeeffante sun, fakkeenna Yerusaalemii amma kolbaa ifii woliin garbummaa keessa jirtuu ti. 26 Yerusaalemiin ol-gubba’aa ammoo bilisoontu’u; isiin haadha teenna.
Publicidade
Worra Galaatiya'aa 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.