Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 10

35 Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina’a! 36 Fedhii Waaqaa muummessitanee, waan Waaqi isiniif waadaa gale fudhatiisaaf ossataan eeggatiisa barbaachisa. 37 Sababille Barreeffam Woyyichi,

«Yennaa diqqo’oon duuba,

ka dhufu’uu male hin dhufa,

hin turu;

38 Nami balchaan kiyya ammoo,

dhugeeffanna’aan jiruu dhaggata.

Yoo duubatti sissiqe ammoo ani itti hin gammaddu» hin jedha.10:38 Ibr. 2:3-4

39 Nuuti worra dhugeeffatee fayyu malee, worra gara duubaatitti sissiqee baduu moti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também