Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 3

4 Manni maraa namaan ijaarame; waan mara ka ijaare ammoo Waaqa. 5 Muuseen waan gara duraa jedhamu’uu maleef dhugaa bayiisaaf, akka tajaajilaa tokkootitti mana Waaqaa duudii keessatti addatamaa te’e. 6 Kiristoos ammoo mana Waaqaatitti akka ilmaatitti addatama’a. Nuutille waan itti addannuu fi addii ittiin koorru jabeessinee yoo qabanne mana isaa ti.

Veja também