19 Akka hookkoon sibiilaa, hoboloo guddittii6:19Hoboloo guddittii: Markaba qabee dhaabu, nuutille addii addatantu’uu fi jadduu ta lubbuun teenna qabattee dhaabbattu qanna; addiin tun golla’aan duuba dabartee gara addee woyyittii Galma Waaqaa ka ol-gubba’aa hin seenti.