Publicidade

Hebreus 9

16 Yoo dhaamati dhaalaa jiraate, du’a nama dhaamatuu san mirkaneeffatiis barbaachisa’a. 17 Dhaamati dhaalaa gaafa namichi dhaala kenne sun du’e callaa hujii irra oola malee, adoo inni jiruu hujii irra ooluu hin dande’u. 18 Tanaaf Gondooroon duraatuu dhiigaan malee hujii irra hin oolle. 19 Muuseen ajaja Seeraa tokko tokkoon kolbaa maraaf himeen duuba, dhiiga dardaraatii fi re’eee bisaan woliin fuudhee, baala muka hisoophiitii fi rifeensa hoole’ee diima’aan, Kitaaba Seeraatii fi kolbaa maratti fiffixaa, 20 «Dhiigi gondooro’oo ka akka eeggattanuuf Waaqi isin ajaje kana» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-