Pular para o conteúdo
Publicidade

João 6

57 Abbaan jiraataan akkuma na erge, Anille sababa Abba’aa akkuma jiraadhu, nami na nyaatulle sababa kiyya hin jiraata. 58 Sagaleen ol-gubbaaa gad buute sun tana ree; isiin ta akka abbootiin teessan nyaattee, ammoo achiin duuba duuteetii moti. Sagalee tana ka nyaatu haga bara baraa hin jiraata» jedhe.

Veja também