7 Qachaa ani akka isin booji’antanee itti geeffantanu godheefille, nageyaa fi qananummaa halcha’aaf; qachaa saniif gara Mootiin Waan Maraa daadimadha’a; sababille qachaan sun yoo nageya qabaate, isinille nageya hin qabaattan› jedhee dubbateera» ka jedhu.
Publicidade