17 Diinoti keessan isiniin, ‹Xiyoon gatanteerti;
ka haajaa isi’ii qabu hin jiru› jedhanulle
ani ammoo fayya’atti isin hin deebisa;
madaa teessanille hin fayyisa.
17 Diinoti keessan isiniin, ‹Xiyoon gatanteerti;
ka haajaa isi’ii qabu hin jiru› jedhanulle
ani ammoo fayya’atti isin hin deebisa;
madaa teessanille hin fayyisa.