Pular para o conteúdo
Publicidade

Juízes 11

Intala Yifta’aa

34 Yiftaan gara mana ifii Miispha’atti yennaa deebi’e, intalti isaa dibbee fudhattee sirbaa, isa fudhatiisaaf gad baate; isiin isaaf intala takkaa qofa; inni isii malee ilma yookiin intala dhibii hin qabuuyyu. 35 Yennaa isii dhaggelle gaddee woyaa ifii tarsaasee, «Hayii intala tiyya! Guddoo na gaddisiittee, na laaleffachiitte; Mootii Waan Maraatiif waadaa waan galeef, waadaa gale san diiguu hin dande’u» jedhe.

Veja também