Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Abbootii Mura'aa 13

6 Achiin duuba dubartittiin gara abbaa manaa ifii dhaxxee, «Nami Waaqaa ka bifi isaa ergamaa Waaqaa fakkaatu, ka guddoo sodaachisu tokko gara kiyya dhufe; ani eessaa akka inni dhufe isa hin gaafanne; innille maqaa ifii natti hin hinne. 7 Inni ammoo anaan, Ati ulfoottee ilma hin deetta; mucaalle guyyaa dhalateen jalqabee haga du’utti Naazireticha ka Waaqaaf adda baye waan te’uuf, daadhii woyni’ii yookiin waan nama macheessu hin unin, yookiin waan battii tokkolle hin nyaatinjedhe» jetteen.

8 Achiin duuba Maano’aan, «Maganne’e Gootta’a, nami Waaqaa sun deebi’ee gara keenna dhufee, Yennaa mucaan dhalatu waan nuuti isaaf goonu akka nutti himu godhi» jedhee Mootii Waan Maraa daadimate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também