Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 16

23 Inni qilee16:23Qilee: Addee worri du’e wolitti qabamu keessatti rakkataa adoo jiruu, yennaa ol ilaale, fago’otti Abrahaam dhagge; Alaazarille cinaa isaatitti dhagge. 24 Maarre inni Abrahaamiin, Abbaa kiyya Abrahaam naa nayi! Ani bobe’a ibiddaa kana keessatti guddoo waan rakkatiisatti jiruuf, Alaazar qaccee quba ifii bisaan keessa cuuphee akka arraba kiyya naaf qabbaneessu maganne’ee naa ergijedhee waammate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também