Intala Yaayiroosiitii Fi Dubartittii Woyaa Yesuusii Tuxxe
40 Yennaa Yesuus gara abbaaya’aan gamaa deebi’e, isaan martinuu waan isa eegiisatti jiranuuf, kolbaan isa fudhatte.
56 Worri isi’ii maalalfatane; Yesuus ammoo waan te’e kana eennulle’etti akka hin hinne isaan ajaje.