Pular para o conteúdo
Publicidade

Gadda Ermiyaasii 2

19 Halkan guutuu yennaa yenna’atti ka’ii iyyi!

Waan gadhaa keeti keessa jiru,

Waaqa duratti dhikeessi.

Lubbuu ijoollee teetii,

ta qaxxaamura karaa irratti

beelaan gaggabaneef,

daadimanna’aan harka keeti gara Waaqaa ol kaasi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também