25 Waaqi worra addi’iin isa eegatuuf,
worra isa barbaaduuf dansa’a.
26 Tanaaf nami cadhisee
fayyisiisa Waaqaa eegatiis dansa’a.
25 Waaqi worra addi’iin isa eegatuuf,
worra isa barbaaduuf dansa’a.
26 Tanaaf nami cadhisee
fayyisiisa Waaqaa eegatiis dansa’a.