Pular para o conteúdo
Publicidade

Malaquias 3

8 Nami Waaqa hin saamaa? Te’uu malee isin na saamiisatti jirtan! Isin ammoo, Attamiin si saamiisatti jirra?jettanee hin gaafattan; isin kudhan keessaa tokko kennuu dhabiisaan, kennansa kennuu dhabiisalle’een na saamiisatti jirtan. 10 Mana kiyya keessa sagaleen akka jiraattuuf kudhan keessaa tokko guutumatti gootaraa kiyyatti galcha’a! Ani foddaa ol-gubbaaa banee, eebba irraan dhangala’u yoo gad isiniif jissuu dhabaadhe na ilaala’a!

Veja também

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias