Publicidade

Malaquias 3

8 Nami Waaqa hin saamaa? Te’uu malee isin na saamiisatti jirtan! Isin ammoo, Attamiin si saamiisatti jirra?jettanee hin gaafattan; isin kudhan keessaa tokko kennuu dhabiisaan, kennansa kennuu dhabiisalle’een na saamiisatti jirtan. 9 Isin, gosi teessan martinuu na waan saamiisatti jirtanuuf, isin abaarantaneertan. 10 Mana kiyya keessa sagaleen akka jiraattuuf kudhan keessaa tokko guutumatti gootaraa kiyyatti galcha’a! Ani foddaa ol-gubbaaa banee, eebba irraan dhangala’u yoo gad isiniif jissuu dhabaadhe na ilaala’a!

Veja também

Publicidade
Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-